Raajii Daani'eelii 9:4
Raajii Daani'eelii 9:4 KITWOY
Ani Rabbii Waaqa kiyyatti cubbamaa ta'uu himata'aa «Ati worra si jaalatanii fi worra ajaja kee eeganii waadaa keetii fi jaalala kee ka baraa haga bara baraa isaanii eeddu; guddaanii fi ka sodaatamuu barbaachisu si'i; Rabbii Gooftaa keenna,





