Raajii Daani'eelii 7:14
Raajii Daani'eelii 7:14 KITWOY
Baniin biyya gara garaa keessa jiraatanii fi gofti afaan gara garaa dubbatan akka isa tajaajilan baalliin, ulfinnaatii fi mootummaan kennameef; bulchiinsi isaa ka baraa haga bara baraa hin banne; mootummaan isaa dhuma hin qabu.





