YouVersion Logo
Search Icon

Raajii Daani'eelii 6:22

Raajii Daani'eelii 6:22 KITWOY

Akka leenconni na hin miine Rabbi maleekkaa ufii ergee afaan leencotaa cufe; inni wonti kana godheef ani afoo isaatitti mudaa waan hin qabnee fi sillee akka hin yakkine waan beekeef» jedhee deebiseef.