Hujii Ergamootaa 27:23-24
Hujii Ergamootaa 27:23-24 KITWOY
Halkan edaa Maleekkaan Waaqaa ka ani ka isaa ta'ee fi ka ani waaqeffadhuu na bira dhaabatee, ‹Phaawuloos! hin sodaatin! Qeesaariin afoo hin dhaabatta. Rabbi kunoo namoota si woliin deeman maraa sii kenneeraa› naan jedhe.





