YouVersion Logo
Search Icon

GARA WARRA ROOMAA 7:21-22

GARA WARRA ROOMAA 7:21-22 MACQUL

Egaa ana isa waan gaarii hojjechuu barbaadutti, wanti hamaan harka kootti dhufuun seera ta'uu isaa nan arga. Ani keessa namummaa kootiitiin seera Waaqayyootti nan gammada.