GARA WARRA ROOMAA 5:1-2
GARA WARRA ROOMAA 5:1-2 MACQUL
Kanaafis amantiidhaan qajeelota erga taanee, gooftaa keenya Yesus Kristosiin Waaqayyo biratti nagaa qabna*. Karaa isaa ayyaana isa amma miyeeffachaa jirru kanatti amantiidhaan dhi'aachuu arganneerra; abdii ulfina Waaqayyo irraa hirmaachuu keenyaas gammachuudhaan in himanna*.






