GARA WARRA ROOMAA 2:3-4
GARA WARRA ROOMAA 2:3-4 MACQUL
Ati yaa namana! Warra waan akkasii hojjetanitti faradda, ofii keetii immoo isuma sana yommuu gootu, firdii Waaqayyoo jalaa baqattee kan baatu sitti fakkaataa? Yookiis baay'ina gaarummaa isaa, obsa isaa, siif danda'uu isaa salphaatti ilaaltaa ree? Gaarummaan Waaqayyoo gara geddarannaa yaada garaatti akka si geessu hin hubattuu ree*?





