GARA WARRA ROOMAA 15:4
GARA WARRA ROOMAA 15:4 MACQUL
Nuyi obsaa fi jajjabina caaffanni qulqullaa'oon nuuf kennaniin abdii akka argannutti, wanti caaffata qulqullaa'oo keessatti caafaman hundinuu nu barsiisuuf caafaman*.