GARA WARRA ROOMAA 13:1
GARA WARRA ROOMAA 13:1 MACQUL
Namni hundinuu warra biyya bulchuudhaaf aboo qabaniif haa abboomamu! Fedha Waaqayyoo malee aboo qabachuun hin danda'amu; warra aboo qabatanis Waaqayyotu achi isaan dhaabe*.