MACAAFA FAARFANNAA 89:1
MACAAFA FAARFANNAA 89:1 MACQUL
Yaa Waaqayyo, yeroo hundumaa waa'ee gaarummaa kee isa baay'ee nan faarfadha, amanamummaa kee dhaloota hundumaatti afaan kootiin nan labsa.