MACAAFA FAARFANNAA 77:1-2
MACAAFA FAARFANNAA 77:1-2 MACQUL
Ani sagalee koo gara Waaqayyootti ol nan kaafadha, nan iyyadhas; ani sagalee koo gara Waaqayyootti ol nan kaafadha; innis ana in dhaga'a! Ani guyyaa rakkina kootti goofticha nan barbaaddadhe; lubbuun koos jajjabaachuu dinnaan, halkan guutuu harki koo in diriirfame, hin dadhabnes!






