MACAAFA FAARFANNAA 68:6
MACAAFA FAARFANNAA 68:6 MACQUL
Waaqayyo warra kophaa jiraataniif maatii in kennaaf, warra hidhamanis gara jireenya gaariitti in baasa; warri mormanii isa irratti ka'an garuu biyya qoqoree keessa in jiraatu.