MACAAFA FAARFANNAA 51:1-2
MACAAFA FAARFANNAA 51:1-2 MACQUL
Yaa Waaqayyo, akka gaarummaa keetti araara anatti argisiisi! Akka oo'a kee isa guddaatti irra-daddarbaa koo haxaa'ii balleessi*! Yakka koo raawwadhu ana irraa dhiqi, cubbuu koottiis ana qulleessi*!










