MACAAFA FAARFANNAA 35:27
MACAAFA FAARFANNAA 35:27 MACQUL
Warri qajeelaa ta'uun koo itti tolu, haa gammadan, haa ililchanis! Yeroo hundumaas,<<Waaqayyo guddaa dha! Hojjetaan isaa nagaatti jiraachuun isatti in tola>> haa jedhan.