YouVersion Logo
Search Icon

MACAAFA FAARFANNAA 17:6-7

MACAAFA FAARFANNAA 17:6-7 MACQUL

Ani sin waammadha, ati immoo ana jalaa in owwaatta yaa Waaqayyo! Gurra kee gara kootti qabi, dubbii koos dhaggeeffadhu! Gaarummaan kee dinqisiisaa akka ta'e mul'isi! Ati warra gara mirga keetti baqatan, namoota isaan irratti ka'an jalaa in oolchita.

Related Videos