MACAAFA FAARFANNAA 14:1
MACAAFA FAARFANNAA 14:1 MACQUL
Gowwoonni garaa isaaniitti, <<Waaqayyo hin jiru>> in jedhu; isaan amalli isaanii manca'aa dha, wanta ciiggaasisaa in hojjetu, namni waan gaarii godhu tokko illee hin jiru*.