MACAAFA FAARFANNAA 139:16
MACAAFA FAARFANNAA 139:16 MACQUL
Nama ta'uun koo utuu hin beekamin iji kee na arge, dhaladhee barri jireenya koo lakkaa'amuu utuu hin jalqabin, guyyoonni anaaf yaadaman guutummaatti macaafa kee keessatti caafaman*.