MACAAFA FAARFANNAA 131:1
MACAAFA FAARFANNAA 131:1 MACQUL
Yaa Waaqayyo, garaan koo waan guddaatti of hin ilaalu, mataa irra-keessa qabadhee hin adeemu; wanta anatti guddatee, humna koo gara irraattis dinqisiisaa ta'e keessa hin lixu.