Macaafa Fakkeenyaa 5:15
Macaafa Fakkeenyaa 5:15 MACQUL
Boolla bishaanii kee keessaa bishaan boollaa, ija bishaanii kee keessaas bishaan yaa'u akka dhugdu, [haadha manaa kee ishee jaalala siif burqisiiftutti gammadi!]