Bible App logo
Search Icon

Macaafa Fakkeenyaa 26:27

Macaafa Fakkeenyaa 26:27 MACQUL

Namni boolla namaaf qotu, ofuma isaatii isa keessatti in kufa; nama dhagaa namatti konkolaachisus, dhagichi deebi'ee isumatti in konkolaata*.