Bible App logo
Search Icon

Macaafa Fakkeenyaa 2:16-17

Macaafa Fakkeenyaa 2:16-17 MACQUL

Isheen dubartii ormaa irraa, dubartii gaalamoota ishee afaaniin namatti kuultu irraa, ishee dhirsa qarrummaa isheetii dhiifte irraa, ishee kakuu Waaqayyoo ishee irraanfatte irraas si eegdi.