Bible App logo
Search Icon

WANGEELA MAARQOS 2:12

WANGEELA MAARQOS 2:12 MACQUL

Utuma isaan ilaalanii, namichi sun ka'ee, achumaan siree isaa fudhatee gad ba'e. Kana irratti hundumti isaanii fajajanii, ?Kan akkasii kana takkaa arginee hin beeknu? jechaa, Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessan*.