Macaafa Iyoob 5:8-9
Macaafa Iyoob 5:8-9 MACQUL
<<Ani garuu utuun si ta'e Waaqayyoon nan barbaaddadha, dhimma koos isatti nan himadha. Inni wanta gurguddaa qoranii bira ga'uu hin dandeenye, wanta dinqisiisaa daarii hin qabnes in hojjeta*.