Macaafa Ermiyaas Raajichaa 5:31
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 5:31 MACQUL
Raajonni sobanii raajii in dubbatu, luboonnis wanta isaanitti tolu duwwaa in barsiisu; sabni koo wanta akkasii kana jaallata, egaa dhumni yommuu dhufu maal gootu ree?>> jedhe*.