Macaafa Ermiyaas Raajichaa 5:22
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 5:22 MACQUL
Isin ana hin sodaattanii ree>> Ana durattis hin rom'itanii ree>> Daarii galaanaa akka ta'uuf cirracha kan kaa'e ana; galaanichi bara baraan daarii kana irra hin darbu; dha'aan isaa yoo itti bu'e iyyuu isa gara galchuu hin danda'u; galaanichi yoo huurses isa cabsuu hin danda'u>> jedhaa*!





