Macaafa Ermiyaas Raajichaa 4:1-2
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 4:1-2 MACQUL
Waaqayyo,<<Yaa saba Israa'el, deebi'uu yoo barbaadde, gara kootti deebi'i! Waaqayyolii kee warra ciigga'amoo ija koo duraa yoo balleessiteef hin sochootu*. Ati dhugaadhaan, firdii qajeelaadhaan, qajeelummaadhaanis, <<Dhugaa Waaqayyo isa jiraataa ti>> jettee maqaa kootiin yoo kakatte, sabni lafa irraa isaan in eebbifamu, isaanis of in jajju>> jedhe*.





