Macaafa Ermiyaas Raajichaa 23:16
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 23:16 MACQUL
Waaqayyo gooftaan maccaa, <<Raajonni abdii sobaatiin waan isin gowwoomsaniif, wanta isaan isinitti dubbatan hin dhaga'inaa! Isaan wanta yaada isaaniitti mul'ate isinitti dubbatu malee, wanta ani Waaqayyo jedhu isinitti hin dubbatan





