Macaafa Ermiyaas Raajichaa 19:4
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 19:4 MACQUL
Sabni kun ana dhiisanii, iddoo kana xureessaniiru; waaqayyolii biraa warra abboonni isaanii, isaan ofii isaaniitii, mootonni Yihudaas hin beekneef ixaana aarsaniiru; biyyichas dhiiga nama balleessaa hin qabneetiin guutaniiru



