Macaafa Ermiyaas Raajichaa 12:2
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 12:2 MACQUL
Ati isaan in dhaabde, isaanis hidda lafatti yaafatanii, guddatanii, ijas in godhatan; isaan afaan isaaniitiin kan kee in fakkaatu, garaan isaanii garuu sittii fagoo dha*.