YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Ermiyaas Raajichaa 11:8

Macaafa Ermiyaas Raajichaa 11:8 MACQUL

isaan garuu adduma addaan mataa jabaatanii yaada isaanii isa hamaa ittuma fufan malee, hin abboomamne, dubbii koos hin dhaggeeffanne; egaa dubbii kakuu kanaa akka eeganiif isaan abboomnaan erga didanii, ani immoo adaba dubbicha keessatti mul'ifame sana isaan irratti nan fida>> jedhe*.

Video for Macaafa Ermiyaas Raajichaa 11:8