Macaafa Ermiyaas Raajichaa 10:10
Macaafa Ermiyaas Raajichaa 10:10 MACQUL
Waaqayyo garuu Waaqayyo isa dhugaa ti; inni Waaqayyo isa jiraataa dha, mootii bara baraa tis; yommuu inni dheekkamu lafti in raafamti, sabni lafa irraas aarii isaa isa boba'aa dura dhaabachuu hin danda'an*.





