Macaafa Hisqi'el Raajichaa 37:6
Macaafa Hisqi'el Raajichaa 37:6 MACQUL
ani ribuu si keessa nan kaa'a, foon sittan godha, gogaa sittan uffisa, hafuuras si keessa nan kaa'a, atis in jiraatta; yommus ani Waaqayyo akkan ta'e ati in beekta>> jedhi!>> jedhe.





