Macaafa Hisqi'el Raajichaa 33:9
Macaafa Hisqi'el Raajichaa 33:9 MACQUL
ati garuu isa jal'aa sana karaa isaa irraa akka deebi'uuf utuma of eeggachiiftuu, inni isa irraa deebi'uu yoo dhiise, inni yakka isaatiin in du'a; ati garuu of in oolchita.