YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Hisqi'el Raajichaa 21:26

Macaafa Hisqi'el Raajichaa 21:26 MACQUL

Waaqayyo gooftaan,<<Marata of irraa baasi! Gonfoos of irraa fuudhi! Wanti akka amma jiru kanatti hafu hin jiru; inni gad deebi'aan ol in kaafama; inni ol ka'aan gad in deebifama.