Macaafa Hisqi'el Raajichaa 18:21
Macaafa Hisqi'el Raajichaa 18:21 MACQUL
Garuu namni jal'aan cubbuu hojjete hundumaa irraa deebi'ee seerrata koo hundumaa yoo eege, wanta dhugaa fi qajeelaa yoo hojjete, inni dhugumaan in jiraata malee, hin du'u.