Macaafa Lallabaa 7:14
Macaafa Lallabaa 7:14 MACQUL
Namni wanta isa booddeedhaan ta'uuf jiru hin beeku; kanaafis ati bara gaariitti gammadi! Barri hamaan yoo dhufe immoo, Waaqayyo isa kana, isa sanas akka uume yaadadhu*!