Macaafa Lallabaa 7:12
Macaafa Lallabaa 7:12 MACQUL
akkuma horiin nama golgu, akkasuma ogummaan nama in golgiti; caalaatti immoo ogummaan jireenya warra ishee argatanii nagaatti in eegdi*.