Macaafa Lallabaa 6:7
Macaafa Lallabaa 6:7 MACQUL
Itti dadhabee hojjechuun namaa hundinuu qoonqoodhuma isaatiif; kanuma keessaa iyyuu fedha isaa utuu hin guuttatin in hafa.