YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Amos Raajichaa 2:7

Macaafa Amos Raajichaa 2:7 MACQUL

Isaanoo mataa warra dadhaboo awwaara keessatti lafatti dhidhiitan; warra gad qabamoos karaa irraa in daddarbatu; maqaa koo isa qulqulluu xureessuudhaaf, ilmis abbaanis dubartii ejjituu tokko bira in ga'u*.