YouVersion Logo
Search Icon

HOJII ERGAMOOTAA 3:16

HOJII ERGAMOOTAA 3:16 MACQUL

Humna maqaa Yesustu, maqaa isaattis amanuutu, namicha naafa isin argitanii fi beektan kanaaf jabina kenne; amantiin Yesusiin kenname immoo, fuula hunduma keessanii duratti fayyaa guutuu kenneef*.