HOJII ERGAMOOTAA 26:17-18
HOJII ERGAMOOTAA 26:17-18 MACQUL
Warra ani itti si erguuf jiru hundumaattii, saba Waaqayyoo kanattii, saba warra kaanittiis sin oolcha*. Dukkanattii gara ifaatti, aangoo Seexanaa jalaas gara Waaqayyootti haa deebi'aniif, ija isaanii in banta; anatti amanuudhaanis dhiifamuu cubbuu isaanii argatanii, warra qulqullaa'an gidduuttis dhaala isaanii haa fudhataniif sin erga? anaan jedhe*.





