YouVersion Logo
Search Icon

Gara Worra Rooma'aa 4:16

Gara Worra Rooma'aa 4:16 ARSIDNT

Kanaaf abddiin ka hundaaye amantii irratti ture, abddiin kun'llee fiixaa Abrahaamii maraaf Waaqaa irraa kennaa isaa ka bilisaatiin ka isaaniif kenname ta'uun isaa, kanaan mirkanaayee jira. Kun'llee namoota seera horddofan qofaaf uduu hin ta'in worra akka Abrahaamii amanan maraaf, akkaataa kanaan'llee Abrahaam abbaa nu mara keennaa ni ture.