Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 5:1-2
Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 5:1-2 WLNT
Eegasuu amanta'aan yoo qajeellota taane, karaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiitiin Rabbiin woliin nagaya haa qabaannuu. Nullee akkasuma isaan gara badhaadha kanaa amanta'aan galuu arganneerra. Kanaaf nullee abdii ulfinna Rabbiitiin boonna.


