Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 15:13
Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 15:13 WLNT
Waandhi abdii hunna Ayyaana Woyyu'uutiin abdiin akka guddatu amanuu keessaniin gammachu'uu fi nagaya maraa isinii haa kennu.