Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 12:2
Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 12:2 WLNT
Fedhiin Rabbii misha'aa fi ka nama gammachiisu waan mudaa hin qabne maal akka ta'e qorattanii akka beettan haarawoomuu qalbii teessaniitiin jijjiramaa malee, adunyaa tana hin fakkaatinaa'a.










