Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 12:1
Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 12:1 WLNT
Eegasuu Obboleeyyan tiyya! Nafti keessan ka Rabbiin gammachiisuu fi ciincaa jiraataa gootanii akka dhiyeessitan, gara laafummaa Rabbiitiin isin kadhadha. Innillee tajaajila keessan ka sammuu namaatiif tolu.











