YouVersion Logo
Search Icon

Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 1:22-23

Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 1:22-23 WLNT

Nu ogeeyyi'i uduu ufiin jedhan, jaanjoo ta'an. Ulfinna Rabbii ka hin banne, nama du'uuf, bifa simbirraaniitiin, waan luka afur qaban, uumama lafa irra deemanitti fakkeessanii jijjiiran.