Oduu Nagayaa Ka Maarqoosii 7:21-23
Oduu Nagayaa Ka Maarqoosii 7:21-23 WLNT
Wonti garaa namaa keessaa bawu: Yaada hamaa, seebaruu, hanna, ajjeesuu, seebaruu, luqunuu, hammeenna, sobuu, hoossuu, hinaaffaa, maqaa balleessuu, uf jaju'uu fi ceem'uu fa'a. Hamtuun kun martuu keessa namaatii bayee nama batteessa.»





