Oduu Nagayaa Ka Maarqoosii 3:24-25
Oduu Nagayaa Ka Maarqoosii 3:24-25 WLNT
Mootummaan tokko yoo ufii wol qoqqoode mootummaan sun dhaabachuu hin danda'u. Maatiin mana tokko keessatti yoo ufii wol qoqqoode maatiin sun dhaabachuu hin danda'u.