Hujii Ergamootaa 6:7
Hujii Ergamootaa 6:7 WLNT
Dubbiin Rabbii babadhata'aa deemee, Yerusaalemitti laakkoofsi darasootaa guddisee baayi'ata'aa deeme. Gadoota keessaa namoonni hedduun worra amanta'aaf ajajaman ta'an.